Logo
FastMereja
የአዋሽ መገበያያ ድህረ-ገጽ (Merchant Portal)
============
ነጋዴዎች ሆይ፣ ባሉበት ቦታ ሆነው ንግድዎን ዛሬውኑ ያዘምኑ!
ከክፍያ እስከ ሪፖርት ሁሉንም በአንድ ቦታ ያግኙ!
ፈጣን፣ ዘመናዊ እና ውጤታማ መፍትሄዎች ከአዋሽ ባንክ ጋር!
ወደ ድህረ-ገፁ ለመግባት የሚከተለውን ሊንክ ይጠቀሙ
https://awashpay.awashbank...
መተግበሪያውን ለማውረድ https://onelink.to/j7fnbz ይጫኑ!

Daldaltoonni, bakka jirtanii har'uma daldala keessan ammayyeessaa!

Kaffaltii daldalaa irraa kaasee hanga gabaasa nagaheetti waan hunda bakka tokkotti argadhaa!
Tajaajila saffisaa, ammayyaa fi gahumsa qabu Baankii Awaash waliin!
Gara marsariitii seenuuf geessituu itti aanu fayyadamaa
https://awashpay.awashbank...
Tajaajilicha karaa appilikeeshinii AwaashBirr-Pro https://onelink.to/j7fnbz buufadhaa. #awashbank #merchant #portal #ethiopia #nurturingliketheriver

3 months ago

No replys yet!

Be the first to share what you think — your comment will appear here.