Logo
FastMereja
መቆጨት አይሰራም አመለጠኝ ብሎ፣
ቀኖቹ ሳያልቁ መመዝገብ ነው ቶሎ።
የአዋሽ ባንክ “ታታሪዎቹ” የሥራ ፈጠራ ውድድር ምዝገባ ሐምሌ 1 ቀን 2018 ዓ.ም ይጠናቀቃል ። አሁኑኑ ማስፈንጠሪያውን በመጫን https://tatariwochu.awashb... ወይም አቅራቢያዎ ወደሚገኝ ቅርንጫፍ በመቅረብ መመዝገብ ይችላሉ።
አዋሽ ባንክ!
========================
Na jala darbe jechuun, gaabbuun hin fayyadu
Guyyaan osoo hin xumuramin, wayya saffisaan galmaa’uu
Galmeen dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwan Baankii Awaash Adoolessa 1 bara 2018 A.L.I. xumurama. Ammuma geessituu marsariitii https://tatariwochu.awashb... irratti yookaan damee Baankii keenya isinitti dhihoo jiru deemuun galmaa’aa.
Awash Baankii!
#awashbank #nurturingliketheriver #tatariwochu #qaxaleewwan

4 months ago

No replys yet!

Be the first to share what you think — your comment will appear here.